SumaNaf waya

SumaNaf waya Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from SumaNaf waya, Home & Garden Website, Adama.

24/09/2025

Imala biyya alaaf, kaardii Viizaa fudhadhaa!
For your travel abroad, get CBE International Prepaid VISA Card!

28/08/2025
15/02/2025

Lammiileen Filisxeem mana hidhaa Israa'elii gadhiifaman Ramallaatti simataman.

Israa'el lammiilee Filisxeem hidhaa umurii guutuu irratti murteesitee ture 36 gadhiiste. Har'a qofa namoota 369 gadhiiste.

Lammiin Filisxeem tokko ijoolleekoo xixiqqoo irraa hidhame har'a na qixxaatanii aradhe ejdhee gammachuusaa ibsate.

Gabaasichaaf: 👉👉 https://bbc.in/4jX5icT

Muudama
20/09/2024

Muudama

Itoophiyaafi Masrii gidduu duruu sababa Hidha Haaromsaan muddamatu jira. Booda kanammoo Masriin ollaa Itoophiyaatti meeshaa waraanaa erguun dubbicha hammesseera. Gama waraanaan biyyoonni lamaan yeroo wal bira qabaman maal fakkaatu?

Address

Adama

Telephone

+251927931126

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when SumaNaf waya posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share