Borana Economic Revolution-BER

Borana Economic Revolution-BER Let us join together to step forward Borana Economically .

Inflation's Grip🙏Prices rise, the coins grow light,A loaf of bread no longer right.The dollar’s worth begins to shrink,A...
30/01/2025

Inflation's Grip🙏

Prices rise, the coins grow light,
A loaf of bread no longer right.
The dollar’s worth begins to shrink,
As wallets cry and people think.

The fuel is high, the rent’s a strain,
Wages low, it feels like pain.
Every day, a little more,
Of what we had, is now a chore.

The cost of living, climbing fast,
What once was cheap, now cannot last.
Inflation's hand, so cold, so wide,
Takes more from us, with every stride.

Yet hope persists, in hearts that fight,
To weather storms and seek the light.
For though inflation takes its toll,
We’ll find a way, to reach our goal.

Oduu: Mariin liqii IMF Itoophiyaa waliin taasise waliigaltee malee goolabame Mariin Dhaabbanni Fandii Maallaqa Idiladdun...
03/04/2024

Oduu: Mariin liqii IMF Itoophiyaa waliin taasise waliigaltee malee goolabame

Mariin Dhaabbanni Fandii Maallaqa Idiladdunyaa (IMF) fi aanga’oota Itoophiyaa gidduutti dhimma waliigaltee liqiirratti gaggeeffamaa ture waliigaltee malee goolabame. Itoophiyaan ulaagaa liqii guutuu dadhabuun ta’uu gabaafameera.

Gareen IMF “akkaataa karoora misooma dinagdee aanga’ootaatiif gargaarsa gochuuf tarkaanfii guddaa fudhateera” waan ta’eef mariiin marsaa biraa ji’a kana xumurarratti Waashingtanitti kan gaggeeffamu ta’uu IMF ifoomseera.

Gareen liqeessitoota biyyoota guddatanii Garee Paariis jedhamu bara darbe keessa Itoophiyaan hanga Bitootessa 31’tti liqii IMF kan hin arganne yoo ta’e waliigalteen kaffaltii liqaa Itoophiyaa hanga bara 2025 akka turu murteeffame haqamuu mala jedhee ture.

Gareen Paariis guyyaa beellamaa kana hojiirra akka oolchu ifatti kan hin beekamne ta’us Itoophiyaan yeroo kaffaltii liqii dheerreessuuf Chaayinaan waliin jalqaba bara 2023 keessa waliigalteerra geesseerti.

Erga yeroon kaffaltii liqaa Itoophiyaa bara 2022 irra darbee eegalee liqii IMF malee socho’aa jirti. Diinagdeen biyyattii qaala’iinsa, rakkoo sharafa alaafi kaffaltii liqaa alaa dabaluun rakkoolee diinagdee biyyattii mudataniidha.

Muddee bara darbe keessa Itoophiyaan kaffaltii liqii maallaqa Yuurooboondii Doolaara biliyoona tokkoo ofirraa qabdu osoo hin kaffalin hafteerti. AS

The International Monetary Fund concluded its visit to Ethiopia to discuss a request for IMF support on Tuesday without reaching an agreement, leaving the East African nation short of a commitment it made with its official international creditors.

Generative AI promises the transformation of business across entire value chains. Top-down direction of the technology b...
07/01/2024

Generative AI promises the transformation of business across entire value chains. Top-down direction of the technology by a bespoke steering committee is recommended for organizations. A culture of perpetual innovation allows GenAI to reach its full potential. Read more here:

Top-down direction of the technology by a steering committee and a culture of perpetual innovation are indispensable for companies that want to fully benefit from .

Brave Women at WorkYou are breaking the barriers in a community where the culture of poverty reigns. She is shining a sh...
16/01/2023

Brave Women at Work

You are breaking the barriers in a community where the culture of poverty reigns. She is shining a shoe. This particular job is considered as lower grade job that unfit Borana son/daughter. Such kind of ideology is culture of poverty i.e the failure to take advantage of job opportunities.Today Dansa(pictured below) has broke the barriers and become the model for all young girls and more. Let us Congratulate her for taking this initiation and being a role model for many.

Poor culture of workPlease look into the following statements which paralysing Economic Revolution of Borana community. ...
01/05/2021

Poor culture of work
Please look into the following statements which paralysing Economic Revolution of Borana community.

Mucaan ebelu Garreettaa dhiiba(Daily laborer)
Mucaan ebelu miila namaa dhiqa(Shoe shine)
Intaltii ebeluu mana namaa dhixxi(Cleaner)
Intalti ebeluu diratti galtee dinnicha bira teetti (Small scale business)

Yaada hiyyoomu irra humna hiyyoomuu wayya!

14/10/2020

Labsii Qaamolee Raawwachiiftuu Mootummaa Naannoo Oromiyaa Irra Deebiidhaan Gurmeessuu, Aangoo fi Hojii misooma Gabaa Murteessuuf Bahe

Labsii Lak. 213/2011 baheen keewwata 51 jalatti EMGOtiif kenname fi Seerota sirna gabaa kan armaan gaadi ta'a.

Labsii Sirna gaba Beeylada Lakk.819/2006 keewwata 17(1-13)
1..jiddu-galeessa gabaa beeylada dhaabbiitin ala beeylada dhaabbii kan gurguree ykn bittaaf kan dhiyeesse ykn Kan bitee namni kamiyyuu beeyladni dhaabbii akka dhaalamu godhama. Haata’uutii faaydaa dhunfaatiif Kan bituu fi nama horsisee gurguruun ala ta’ee yoo argamee dabalataan hidhaa salphaaaa waggaaa lamaa(2) fi adabbii qarshii 30,000.00 (kuma sodoman) hin caalleen adabama.

2.hayyama daldalaa beeylada garee 3ffaa dabarsee kan kenne ykn lammii biyya alaatti bittaa fi gurgurtaa beeylada dhaabbiittif haguuggii Kan kenne fi haala mijaa’aa kan uume namni kamiyyuu dhaalamiinsa beeylada dhaabbii dabalatee hidhaa salphaaa waggaaa shani(5) fi adabbii qarshii 150,000.00 (kuma dhibba tokkoo fi shantama) hin caalleen adabama(kunis adabbii labsii 686/2002 keewwattoota 34(7) fi 60(3) jalaa ta’e caalaa akka adabsiisu godhamee tumameera.

3.Bitta fi gurgurtaa horsiisee bultoota jidutti raawwtamuun ala jiddu-galeessa beeylada dhaabbii kamiyyuu hirmaataa gabaa beeylada dhaabbii isa gitu waliin bittaa fi gurgurtaa beeylada dhaabbii namni raawwate kamiyyuu dhaalama beeyladni dhaabbii godhamu dabalatee hidhaa salphaa waggaaa tokko fi adabbii qarshii 15,000.00(kuma kudha shan) hin caalleen adabama.

4. Beeylada dhaabbii yeroo mirKaneefannaa fayyummaa (koorantiinii hin xumurin) gabaa biyya alaatiif kan dhiyeessee namni kamiyyuu hidhaa salphaaa waggaa (5) fi adabbii qarshii 150,000.00 (kuma dhibbaa tokko fi shantama) hin adaabama.

5.Lammiin biyya alaa bufaata horsiisa keessatti horsisee jiddu-galeessa gabaalee beeyladatiif bittaa fi gurgurtaa ykn kallatiin ala eerguun ala dame bittaa fi gurgurtaa bobba’ee argame hidhaa salphaaa ji’aa jaha (6) fi adabbii qarshii 50,000.00 (kuma shantaman) adabamee akka biyyaa bahu godhama.

6.namni kamiyyuu gocha dogoggorsaa bittaa fi gurgurtaa beeylada dhaabbii raawwatee adabbii waggaa 4 (afur) fi qarshii 60,000 (kuma jahatama) hin caalleen adabama.

7.Bu’uura qajeelfama minsteeraan baheen beeylada dhaabbii magaalaa akka miilaan keessa hin ofamine dhorkame keessa ofe ykn akka ofamu namni godhe kamiyyuu dhaalmaa beeylada dhaabbii dabalatee hidaa salphaa ji’a jaha (6) hin callee fi adabbii qarshii 5000.00 (kuma shanin) adabama.

8.Beeylada dhaabbii jiddu-galeessa gabaa ykn iddoo horsiisa ykn buufata furdisaatti gara buufata gahumsa ittiaanutti fageenya hayyamamee ol miilaan kan ofee ykn akka oofamu kan godhe namni kamiyyuu hidhaa salphaa baatii 6 (jaha) fi qarshii 5000.00 (kuma shan) hin caalleen adabama.

9.Nama faaydaa dhuunfatiif bituun ala jiddu-galea gabaa bittaa fi gurgurtaa beeylada dhaabbii ykn iddoo horsisa ykn bufata furdisa gara iddoo gahumsa itti anutti beeylada dhaabbii geejibaman hayyama geejibaa otoo hin qabaatin ykn gara hayyama geejibaa irratti ibsameen ala Kan geejibee ykn akka geejibaman namni godhee hidhaa salphaaa waggaa tokko hin callee fi adabbii qarshii 30,000.00 (kuma sodoman) adabama.

10.Beeylada dhaabbii bittaa fi gurgurtaa seeraan ala gageefame Kan geejibee geejibaan kamiyyuu hidhaa salphaaa waggaa lama (2) fi adabbii qarshii 30,000.00 (kuma sodoman) adabama.

11.Jiddu-galeessa bitta fi gurgurtaa beeylada ykn iddoo horsiisa ykn buufata furdisatii gara gahumsa ittianuutti beeylada dhaabbii geejibaman Kan ilaallatu kufaltii heduu kan gaafate ykn Kan burjaajessee, namni kamiyyuu hidhaa salphaaa waggaa tokko(1) hin caalleen fi adabbii qarshii 15,000.00 (kuma kudhashan ) adabama.

12.Tuma labsii Kanaa ykn labsii raawwachiisuuf danbii bahe ykn qajeelfamoota irra darbuun badii biraa namni raawwate kamiyyuu hidhaa salphaa jaha (6) fi qarshii 5000,000 (kuma shanin) adabama.

13.Qaamni beekamtii seeraa qabu bu’uura seeraa yakkaa keewwata 34 ibsameen balleessawan keewwata kana ibsaman hirmaataa yoo ta’e bu’uura seera yakkaa keewwata 90 tiin adabama. Kana jechun maallaqaan adabama jechudha.

Source:From Informant post

26/02/2020

Olkawuun gatii(price increment) dhugaatiwwan Oomisha warshaa kanneen akka biiraa fi lallaafaa yoo itti fayyadamne karaa lamaan dinaagdee Booranaa ni tumsa.

1. Qarshiin silaa dhugaatiif oolu sababa dabaliinsa gatiitiin kan kahe hamma(quantity) nu quubsuu waan hanqatuuf ta baafamtuuyyuu moonatti oolfachuu.
2. Annan akka dhugaatii bakka buusatti(substitute) fayyadamuu.

18/08/2019

Still the plenty of resource left untouched!
Still the business room didn't considered!

You know Tumtuu? Tumtu means blacksmith in English. Tumtus are those who have skills of making things from iron.

Are you know why I write this sentences?
Yeroo ammaa mootummaan IMX nama gurmeessuuf karoora dinqisiisaa baafatee socho'aa jiraachuu argineerra. Haa tahuu malee karoorichi akkaataa karoorfame osoo hin taane,kan ittiin duroomaa jiruu namoota sadarkaa gaarii irra jiraniidha.

Kun kanaan tahee osoo jiruu namoota Tumtuu jedhamanii tuffataman kanneen foo'amanii adda bahan adoo gurmeessanii akkam dansaa? Kun muuxannoowwan isaanii cimsuu fi akkasumas aadaa hiyyummaa( Culture of poverty) cabsuufis fala.

Qaamii dhimmii ilaalu birmadhaa!

Aannan dhuddee "Tip" kennitee beektaa? Fayyadamtoonnii nyaataa fi dhugaatii ( Consumer) yeroo baay'ee kafaltii booda qar...
09/05/2019

Aannan dhuddee "Tip" kennitee beektaa?

Fayyadamtoonnii nyaataa fi dhugaatii ( Consumer) yeroo baay'ee kafaltii booda qarshii didiqqoo wayii( Tip) keessumeessaf ni kennu. Kun aadaa walgargaarsaas ni fakkaata. Dabalaataan aadaa hojii fi dinagdee jajjabeessuus ni fakkaata. Garuu aadaan kun namoota baaddiyaa hin ilaallatu moo maaliif hin kennamneef?
Nuuyyuu namoota keenyaaf tuffii, namoota biraaf ammoo kabaja laanna. Aannan dhugne saantima tokko "Tip" kennee namii beeku hin jiru. Sirumaa gatii gadcabsuuf wixxiffanna.

Buyii hiiqin farsoo bira hin jirre aannan biras jiraachuu hin qabu.

Walcabsinee dinaagdee keenyaa miidhuu haa dhiifnuu.

Page kana like,share and comment godhaa hiriyoota keennaan gahaa.
Waliin hojjannee kuma bobbaafna.

Boorannii Qabeenya ofii irraa hin fayyadamne( Shimalis Abdisa IPMNO) Koottaa harka walqabannee hojjannaa.Qabeenyii Boora...
03/05/2019

Boorannii Qabeenya ofii irraa hin fayyadamne( Shimalis Abdisa IPMNO)

Koottaa harka walqabannee hojjannaa.

Qabeenyii Booranaa irra jireessi horiidha. Fayyadamoo taasisuuf

1. Gabayaa Horii sirreessuu

Kan jechuun olaantummaa gamtokkee( Partial monopoly) daldaltoonnii abbootii horii irratti qabdu diqqeessuun hamma danda'ameetti gabayaa dorgommmii( Competitive market) uumuu.
2. Bu'aalee horii irraa argamuu dhiyeessa gabayaaf oolchuu.
Kunis Foonii,Aanan,gogaaf kanneen biraa gabayaaf dhiyeessuu.
Warshaalee akka:_
Warshaa gogaa
Warshaa foonii
Warshaa lafee daaku
Oomisha Aannaniif haala mijeessuu.

3. Poolisii ykn strategy hammataa the diriirsuu.
Horsiise bulaa cinaatti dhiibuu dhiisuu.

Walumaa galatti qabeenyii uumama kan biras guuteera( There is plenty resource which is unutilized yet).
Fknf Maansa
Albuuda
Dhagaa fi k.kf
Daldalaas dabalatee keessumatti daldala daangaas boorannii fayyadamuu qaba.

Malumaafuu hojjachuu nu barbaachisa.

Waliin hojjannee kuma bobbaafna.
Page kan like comment fi share gochuun dinaagdee Booranaaf gumaachaa yaadaa godhaa.

The foundations of a strong economy don't rest alone on the decisions of  the policies and programmes of government.Diin...
18/04/2019

The foundations of a strong economy don't rest alone on the decisions of the policies and programmes of government.

Diinagdee jabduu uumuun karoora fi qajeelcha mootummaa qofa hin gaafatu. Nama dhuunfaa irraa kaasee hanga gurmii uumutti karooraan deeggarame yoo itti adeemame diinagdeen dhufuun hin shakkisiisu. Qajeelfamni gubbaa kennamu akkuma jirutti tahee,sadarkaa gadittis karoorri ummata giddugaleessa godhate yoo hojii irra oole haaboo hin qabdu.

Dhiyeenyuma kan kaanabiis kg hedduutti Godina Booranatti qabame. Kun qajeelfamaan kan taheedha. Qajeelfa akka akeektuutti fudhachuun faayidaa ummata mirkaneessuun ammoo gahee hunda keenyaati. Waajjirri daldalaa Goodina Boorana daldala seeran alaa km 200 olii fe'amu mootummaa waliin tahee too'achuu danda'u qaba. Seerrii biyyattii kan jedhu magaala daangaa( border town) irraa kallattii kamiinuu fageenya km 200 eeyyamamaadha jedha. Fknf. Magaalaa mooyyalee irraa hanga magaalaa Yaaballootti gufuu fi danqaa tokko malee daldalachuun akka danda'amu midhaasse lafa kaa'a. Kunis faayidaa ummata naannawa sana jiraatanii mirkaneessuuf jedhameeti. Garuu yeroo amma bututtuu cittuu km 200 hafee km 5 qabattee hin dabartu. Kun cabiinsa seerati. Kana kan mirkaneessuu bulchiinsa Goodina sanaati. Daldala kan too'achuuf warehouse guddaan ijaarame adoo achiitti kuufamee namnii barbaaduu dhuunfaa fi jimlaan bitatee ummannii naannicha ni fayyadama. Fkn. Innii yeroo ammaa naannoo Commercial Bank yaabaallootti daldalamuu ummataaf faayidaa baay'ee qaba. Sababnii kan bitatee fedhii ofii guuttachaa jiru ummata waan taheef. Garuu gahaa miti. Maaliif? Dargaggoonnii hojicha irratti hirmaatanii hojjachaa jiran naannoo biraa fageenya baay'ee qaxxamuruudhaan. Tanaaf faayidaa ummata keenyaa mirkaneessuuf waajjirri galii,daldala,nageenya fi bulchiinsii Goodina ilaalcha keessa galchuu qabu.

"Waliin hojjannee karra hedduu bobbaanya".
Page kan like fi share gochuun gorsaa fi yaada Warraaqsa diinagdee Boorana haa jajjabeessinuu.
Horaa bulaa

Address

Borena

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Borana Economic Revolution-BER posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share