Riyaad Nibraas Al-Oromiy

Riyaad Nibraas Al-Oromiy Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Riyaad Nibraas Al-Oromiy, Awning supplier, Ch'elenk'o.

02/03/2023

Manni marichaa lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa walitti qabuuf sagantaa qopheessuu beeksise

AMN Guraandhala 22, 2015:- Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa lammiilee Godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa walitti qabuuf sagantaa qopheessuu beeksiseera.

Haaluma kanaan Jum'aa dhufu Masjiidota kutaalee biyyattii jiran hunda keessatti deeggarsa sassaabuuf karoorfachuu ifoomseera.

Pireezidaantiin Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa Shee Haaji Tufaa Ibraahim ibsa har’a miidiyaaleef laataniin,Wiixata itti fufuun hongeen Hawaasa Booranaa hundeerraa akka furmaata argatuuf Salaatni Istisqaa iddoo hundatti akka gaggeeffamu ergaa dabarsaniiru.

Dabalataan lakkoofsota Baankii armaan gadiin hawaasni deeggarsa akka taasiisan gaafataniiru.

Baankii Daldala Ityoophiyaa - 5582

Baankii Daashin - 795571270973

Baankii Zamzam - 222255

Baankii Hijiraa -308010

Baankii hojii Gamtaa Oromiyaan galii akka taasisan waamicha dhiyeessaniiru.

09/04/2022
04/04/2022
04/04/2022
Bokkaa rabbumatu namaaf roobsisa
28/03/2022

Bokkaa rabbumatu namaaf roobsisa

Lamaan isaaniituu boru arguu dandeesaInshaa'allah
08/03/2022

Lamaan isaaniituu boru arguu dandeesa
Inshaa'allah

26/01/2022

Ee dhuguma oyiruun gaariin meyira gaarii magarsiti✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅

18/12/2021
Ee hundaafuu murteessaan haadhaafi abbaadha🔦🔦🔦🔦🔦🔦
17/12/2021

Ee hundaafuu murteessaan haadhaafi abbaadha🔦🔦🔦🔦🔦🔦

Address

Ch'elenk'o

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Riyaad Nibraas Al-Oromiy posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share