22/03/2026
Hojin gaarin rabbif nama birattillee jaalatamadha
Hadha dadhabdu fi qaama miidhamtu Ganda cirri keessa jiraatan Qindoomina poolisii fi waajira Daandi fi Lojistiki Aana Dallo mannatin tola ooltumaadhan Mana jiraanya ijaara jiran dhaabbati keenya immoo sarara bishaan meetira heddu harkisuudhan tolaan bishaan galcheefi jira NAMA GARGAARUF NAMA TA'UN GAHAADHA