Plumber world

Plumber world Water Installation

Dhaabbatni Tajaajila Bishaan Dhugaatiif Dhangala'aa Magaalaa Dambi Dolloo Qulqullina Bishaan Magaalaa keenyaa bakka bira...
22/04/2022

Dhaabbatni Tajaajila Bishaan Dhugaatiif Dhangala'aa Magaalaa Dambi Dolloo Qulqullina Bishaan Magaalaa keenyaa bakka biraaatti/Laabii/kan birootti erguun mirkaneessisaa akka ture ni beekama ammas gaafa guyyaa 12/08/2014 gara magaalaa Naqamteetti erguun Qulqullina bishaanichaa mirkaneessiseera.Ogeessonnis qulqullinni bishaanichaa sadarkaa olaanaa keessa jiraachuusaa ibsaniiru.

Today's work
02/02/2022

Today's work

Address

Mendi
MW

Telephone

+251913152056

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Plumber world posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Plumber world:

Share